General Wako Gutu No.2 Primary and Middle School
Announcement Bara barnootaa 2019/2027

Bara barnootaa 2019/2027

Guyyaa 5/13/2019
Beeksiisa
Duraan dursinee Baga bara barnoota 2019 isin gahee jechaa barnootni bara 2019 kan jalqabamuu guyyaa 4/1/2019 ta'uun isaa ni beekama.Guyyaa kana
1.Barattootaaf haala danbii fi ittin bulmaata mana barumsaa ibsii ni kennama
2.ittibartuun/dabtarri /fi uniformiin ni raabsamaa
3.Rammaddiin daree barattoota ni gaggeeffama.kanaafuu barattootnni keenyaas ta'ee barattootnni haara gara mana barumsaa keenyaa dhuftaan unifoormii bara darbee fi waraqaa Eenyuma keessan qabatanii sa'aatii 1:30 irratti moora mana barumsaatitti akka argamtan isin ibsaa barnootni bara 2019 day one class  guyyaa5/1/2019 jalqabamuu isaa cimsinee isin beeksifna
M/B

Copyright © All rights reserved.

Created with